Isaiah 66:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini heregaafi huji worra imbeekha. Duuba anini d'ufe nama gosa ch'ufa wolti baasa. Worri yo wolti d'ufe, waan irreeni tiyya tolchu dandeetu arge,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hujii isaaniitii fi yaada isaanii waan beekuuf banii afaan gara garaa dubbatan maraa wolitti qaba; isaanillee dhufanii ulfinna kiyya argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani hujii isaaniitii fi yaada isaanii waan beekuuf, dhufee gosa biyya adda addaa ta afaan adda addaa dubbattu mara wolitti hin qaba; isaanille dhufanee ulfinna kiyya hin dhaggan.