Isaiah 66:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami lafafi gubba uume anumaniti? Nami anini iraa gammadu, nama ufi diqeese ch'ubbu lakise, na sodaate naa saalfatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanniin maraa natu uume; kun maruu kiyya; ani gara nama kaso'oo, gara nama keessi isaa cabee fi gara nama dubbii kiyya sodaatuu laala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana mara harka kiyyattuu huje; wonni martinuu tiyya. Ani gara worra gad ifi qabuu, gara worra mataa hin jabaanneetii fi gara worra jecha kiyya sodaatuu hin ilaala.