Isaiah 66:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jila baatitiifi ta Sabato ch'ufa nami gosa ch'ufaa wolti bahe arma Yerusalemu keesati na kad'ata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaana jalqaba ji'aatii jalqabee haga jalqaba ayyaana ji'a kaaniitii fi sambataa haga sambataa baniin maruu qachattii Yerusaalemii haarawa keessatti naa sagadu'uuf dhufan; ka waan kana dubbate ana Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baatii ji'a tokkoo irraa haga baatii ji'a kaanii, Sanbata tokko irra haga Sanbata kaanii, nami marti na waaqonfatiisaaf hin dhufa.