Isaiah 66:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hojja galu, reefa worra na dide arga. Raamooni worra nyaatu haguma jirtu indootu, ibidi worra gubu haguma jiru ind'aamu. Reefa suni nami ch'ufti ilaani jibba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isaan hennaa bayanii deeman reeffa namoota na irratti ka'anii du'anii argan; raammoon isaan nyaatu hin du'u, ibiddi isaan gubu hin dhaamu, fiixaan nama isaan laaluu maruu isaan jibba.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba gad bayanee reeffa kolbaa na finqiltee hin dhaggan. Corroxxi isaan nyaattu hin duutu; ibiddi isaan gubulle hin dhaamu; isaan nama mara duratti hin diqataman» jedhe.