Isaiah 66:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini badi worri sodaatu itiini d'ufa wonti akanatiifi hojja anini worra yaamu, nami na jalaa owaatu injiru, hojja anini dubbad'ele nami na ch'aqasu injiru. Worri waan hamtu tahe waan na ingammachiimne gula bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani isaan waamu waan naa hin deebifneef hennaa ani dubbadhu eennullee waan naa hin dhageenneef, na afo'otti waan badaa waan hojjataniif, waan na hin gammachiifne waan filataniif ani adabbii isaanitti fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa isaan waame, waan na jalaa hin owwaatiniif, yennaa isaanitti dubbadhe, waan hin dhage'iniif, isaan na duratti waan hantuu hujanee, waan na hin gammachiinne waan godhaneef, anille rakkinni akka isaanitti dhufu godhee, waan isaan bararaqanu isaanitti hin fida» jedha.