Isaiah 66:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'aqasa! Iyyanti dira keesaa d'uftu, yokhaani lalabi Mana Waaqa keesaa d'ufu sunini qonqo nyaapa AABBO Waaqi haalo baafatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raafama qachattii keessatti ta'u caqasaa'a; laagaa mana woyyuu keessaallee dhagayaa'a! laagaan kunniin laagaa ani Rabbi diintota kiyyaa gatii adabbii isaan barbaachisu hennaa isaanii kennu dhagayamu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hogaa qachaa keessaa, qoonqoo Galma Waaqaa keessalle dhage'a'a! Qoonqoon tunille qoonqoo Mootiin Waan Maraa diinota ifiitiif gatii kenniisatti jiruu ti.