Isaiah 66:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami taka waan kana arge d'agaye injira? Gochiti guyya tokooni d'alate injirti? Sionini akuma ilmeeni iti ejateeni yoosu d'alti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan akkanaa kana eentu argee dhagayee beeka? dhugamaan biyyi takka guyyaa tokkoon ciniinsifattii? mo'o guyyaa tokkoon baniin marti dhalata? Tsiyoon garuu akkuma ciniinsifatteen ilma deette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami waan akkasii dhage'ee beekuu fi dhaggee beeku jiraa? Biyyi takka guyyaa tokkotti hin dadantii? Yookiin kolbaan yennaa diqqoo keessatti hin dhaggantii? Xiyoon akkuma ciniinsifatteen ijoollee ifii deetti.