Isaiah 7:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ahazini waan jed'eeni, Anini akheekha naa kenni jed'e AABBO Waaqa inilaalad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akaaz garuu, «Malkata naa kenni jedhee hin kadhadhu; Rabbiin hin qoru» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaaz ammoo deebisee, «Ani hin gaafadhu; Mootii Waan Maraa haga hin ilaalu» jedhe.