Isaiah 7:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Suni gula Isayaani waan jed'eeni, Amma ch'aqasi, atini ka worra Daudi keesa d'alate. Atini aka obsa nama d'owarte Waaqale obsa d'owu feeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaayyaasillee akkana jedhe, «Isin mana Daawitii, dhagayaa'a; obsa namaa qoruun keessan hanqatee, obsa Waaqa kiyyaa qortanii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Isaayaas, «Ee sanyii Daawitii, dhage'a'a! Ossa namaa haga ilaaliis isin hanqatee, Mootii Waan Maraa kiyyalle haga ilaaltanii?