Isaiah 7:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma AABBUMA Waaqati akheekha sii kenna: intalti dubra garaachoofte, ilma deete, maqa isaa Imanueli baaftiifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Gooftaan inninuu malkata isinii kenna; kunoo durbi duudaan hin ulfoofti; ilma dhiiraa deetti; maqaa isaallee Amaanu'eel jettee itti baafti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa ifiifuu beessisa isiniif hin kenna; kunoo, durri duudduun ulfoottee, ilma hin deetti; maqaa isaalle, ‹Amaanu'el › jettee hin waanti.