Isaiah 7:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa inni guddate, mirgaafi bita gargari hubate, nami gaafasi aanani d'uge damma nyaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni umurii waan misha'aa fi waan hamaa addaan baafatu yoo gaye, dhadha'aa fi damma nyaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan hantuu jibbiisa, waan dansaa filatiisa yennaa beeketti, dhadha'aa fi damma hin nyaata.