Isaiah 7:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi siifi worra kanketifi gosa tantele guyya gaargala hama, ka haguma gaafa hayyuma Yudatifi ka Israeli gargari baasani takaa inargini itiini d'ufa, gaargala suni hayyu Ashuruti worratiini d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi haga worri Yihuuda'aa worra Efreemii irraa fooyamee jalqabee rakkoo tanaan dura ta'ee hin beenne sitti, banii kee jiddu'utti, mana mootummaa abbeetiitittillee fida; kunillee mootii Asoorii sitti fida jechu'u.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootii Asoorii si irratti kakkaasiisaan, guyyaa Israa'el Yihudaa irraa gargar baateen jalqabee, bara rakkinnaa ka te'ee hin beenne, Mootiin Waan Maraa si irratti, kolbaa teetii fi sanyii abbootii teeti ta durii irratti hin fida.