Isaiah 7:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri sunini ch'ufti d'ufe, baleefi goda ke qubate, mukha qoraatitiifi lafa horiini keesa oolule ch'ufa guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maruu dhufanii dhooqa gammoojji'ii keessatti, holqa dhaga'aa keessatti, hulee qoreen itti baay'atee fi boolla bisaanii maraa keessatti quphatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan marti dhufanee dhooqa lafaa keessa, baqaqa rassa'aa keessa, haxanxarii qore'ee mara irraa fi addee boolla bisaanii maratti hin qubatan.