Isaiah 7:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni hayyu Yudati d'ufte waan jette, Worri Shamu yayu worra Efraimutini wold'aqe. Jennaani isaafi worri isaa ch'ufti aka male nahe, aka bubbeeni mukha chochooftu chochoe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana Daawitiitiif, «Sooriyaanii fi Efreem wolii galaniiran» oduu jedhu mootiin biyya Yihuuda'aa hennaa dhagaye, inninii fi baniin isaallee nayanii onneen isaanii akka muka bubbeen raafteetitti raafame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Sooriya'aatii fi worri Efreemii akka wolii galane, mootiin Yihuda'aa Ahaaz yennaa dhage'e, akkuma muki badda'aa qilleensaan raafamu, gadhaan isaatii fi gadhaan kolbaa isaa raafame.