Isaiah 7:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi nami saa tokoofi lalleesa lama qabuleeni
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san nama tokkoo raada takkaa fi hoolota lamatu hafaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Guyyaa san nami tokko goronsa tokkoo fi hoolee lama qofa hin qabaata;