Isaiah 7:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aanani quufe ititule d'uga. Nami woraana suni jalaa bahe dammafi ititu sorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa baay'inna aannan isaan kennaniitiif dhadhaa nyaatan; worri biyyaa ka hafan maruu dhadha'aa fi damma nyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaan waan mirganuuf, inni dhadhaa hin nyaata. Worri lafa sanitti hafu marti dhadha'aa fi damma hin nyaatan.