Isaiah 7:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan jettuuni, Eegad'i, irifatiini, yokhaani sodaate imudamiini. Dallansuuni hayyu Resiniitifi worra isaa ka Shamutifi hayyu Pekaleeni, aara mukha lama iraa bahu ira injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkana jedhiin «uf eegi; lash jedhi; hin sodaatin; worra akka muka ibidda keessatti gubatee aaruu ta'an kanniin Sooriya'aa fi Na'aasoon, lola ilma Roomeeliyu'uutiin hin shibbiraayin; onneen keellee hin dadhabin» jedha'aa isatti himaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaan, ‹Ifi eeggadhu; cadhisi; hin sodaatin. Aarii Resiiniitiin, aarii Sooriya'aatii fi aarii ilma Remaaliya'aa ta akka jirma lamaan ibidda irraa hafanee aaranuutiin, gadhaan keeti hin sheephisin› jedhiin.