Isaiah 7:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lafa Yuda had'e nama mudamsiise, ilma Tabeeli hayyu worraa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yihuudaa haa qabannuu; haa bittinneessinuu; isaan adda qoodannee haa bulchinuu; ilma Xabi'eelii irratti haa moosifnuu»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Kowa'a, biyya Yihuda'aa qabannee bittinneessinee qoodanna. Ilma Xaabe'eliille irratti mootii goona› jedhan.