Isaiah 7:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maafi akasi taati; wonti isiini akasi taatuufi, Shamuuni dira Damaski ira injirtu, diri Damaskileeni hayyu Resini ira injiru. Ganna jaatami shani keesati worra Israeli firfirsani balleesani, harka gosa d'ibi keesati bula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
mataan Sooriya'aa Damaasqo'o, mataan Damaasqo'oo Resiiniin waan ta'eef; woggaa jahaatamii shanii keessatti baniin Efreemii hin bittinnaaya; banii ta'uun isaaniillee hin hafa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mataan Sooriya'aa Damaasqoo, mataan Damaasqo'oo Resiin waan te'eef, woggoota jaatamii shan keessatti Israa'el bittinnoottee, kolbaa biyya tokkoo te'iis isi'ii hin hafa.