Isaiah 7:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israelii worra Samariaa ira injiru, worri Samariaa hayyu Peka ira injiru. Yo d'ugefachaani tante irre inqamne atini jabeennaani inteetu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mataan Efreemii Samaariya'a; mataan Samaariya'aa ilma Roomeeliyu'uuti; eeganaa yoo amantii keessanitti jabaattanii dhaabachuu baattan sirima dhaabachuu hin dandeettan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mataan Israa'elii Samaariya'a; mataan Samaariya'aalle ilma Remaaliya'aa ti. «‹Addi'iin yoo hin jabaatin, ijjumaa dhaabbatiisa hin dandeettanu› jedha» jedhe.