Isaiah 8:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mala d'aad'a! Ammo mali sunileeni woma imbahu, haga feetani dubbad'a, ammo dubbini sunini woma keesa injirtu, wonti akanatiifi Waaqi nu woliini jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
mari'adhaa'a; garuu hin milkooftan; waan Rabbi nu woliin ta'eef; akeenni isin baafattan isinii hin ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mari'adha'a; ammoo isiniif hin teetu; karooralle baafadha'a; te'uu malee Waaqi waan nu woliin jiruuf, isiniif hin muummottu.