Isaiah 8:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi jabeenna isaatini na gorse waan jed'e, kara worri kunini gula yau gula indeemini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi harka ufii jabaa na irra godhee karaa namoota kanniinii akka hin deemne na seere;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa harka ifii jaba'aan na qabee, natti dubbatee, karaa kolbaan tun ideentu akka ani hin deenne na ifi eeggachiisee,