Isaiah 8:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan qulqulluma tiyyafi na sodaatanifi anini d'akha nama gufachiisu fakaad'a; anini worra Yudatifi ka Israelitiifi ka Yerusalemule t'urura iti fakaad'e qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani mana woyyuu ta'a; mana Israa'elii lamaaniif ammo dhagaa gufachiisu dhagaa qarsa'aa ka nama gufachiisu isaanitti ta'a; banii Yerusaalemiitiillee siibo'oo fi sakaallaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin ani galma woyyicha hin te'a; mootummaa Israa'eliitii fi mootummaa Yihuda'aatiif ammoo, dhakaa nama gufachiisuu fi rassaa nama jissu hin te'a; worra Yerusaalem keessa le'ulle'eef fonxoro'oo fi tiyyoo hin te'a.