Isaiah 8:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hedduuni gufate, jige ch'ach'abe t'ururaani qaqaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa heddutu gufata, hin kufan; hin caban; siiboo keessa seenan; hin qabaman» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa worri hedduun gufatee, jigee hin bututa; isaan fonxoroo seenanee hin qabaman» jedhe.