Isaiah 8:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anaafi ilmaani AABBO Waaqi naa kenne kunooti. AABBO Waaqi guddaani, ka gaara Sioni gubba tau, yayu nu erge, aka nu akheekhafi beesisa worra Israeliti taanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo anii fi ijoolleen Rabbi naa kenne Rabbii Gooftaa Israa'elii ka gaara Tsiyoonii irra jiraatuu Israa'elii malkataa fi maalale'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, anii fi ijoolleen tiyya ta Mootiin Waan Maraa naaf kenne, kolbaa Israa'eliitiif, beessisaa fi baasa Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadee ka gaara Xiyoonii irra le'uu ti.