Isaiah 8:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo biyyiti waan isaniini jettu, Nama wo himu falfaltu, worra ekhera yaamatu, ka woch'e haasaani wo dubbatu, gaafad'a. Worri waan jed'u, silaaftu nami ergattu gara ekheraati d'ufte maro nama jiruti jed'e wo gaafata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni yoo «worra wocu, worra hasaasu, worra falfaluu fi worra hafuura hamaa waamu gaafadhaa'a» isiniin jedhan; baniin Waaqa ufii gaafatuun hin ta'uufii? bikka jiraattotaa worra du'e waamuun maaf barbaachise?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan, «Worra ekeraa dubbisuu fi worra moru ka hasaasuu fi gungumu gaafadha'a» isiniin jedhane, ani ammoo isiniin, «Kolbaan sun Waaqa gaafatiisa lakkittee, marroo worra jiruu worra du'e maaf gaafatti?» jedha.