Isaiah 8:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama d'ugaa qajeela lama naa barbaadi, qaallicha Uriafi Zekaria ilma Yeberekia, aka worri d'uga naa tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadicha Uuriya'aa fi Zakkaariyaasii ilma Baraakiyuu ragoota amanmtoota akka naa ta'an godhi»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille dhugaa baatota addatamane lama, hayyicha Uriiya'aa fi ilma Yebarekiya'aa Zakaariyaas waammadhe.