Isaiah 8:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isani jettaniini, waan AABBO Waaqi isaniini jed'u ch'aqasa, Worra ekhera yaamatu inch'aqasina — wonti worri isaniini jed'u woma isaani imbaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara seera isaatii fi gara dubbii raga'aa dhaqaa'a! isaan yoo dubbii akkanaa hin dubbannee ifti bariisa'aa isaanii hin iftu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra akka seera kanaatii fi akka dhugaa baya kanaatitti hin dubbanneef latti hin bariitu.