Isaiah 8:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini, Aabbooni hayyu Ashurutifi duula isaa ch'ufa d'ufeeni, lafa Yuda haasisa. Worri aka bisaani galaana Efrati fach'ae, lafa ch'ufa qabate d'ufe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Gooftaan bisaan lola'aa jaba'aa fi guddaa; mootii Asoorii hunnaa fi gaachenuma isaa woliin isaanitti fida; bisaan boyii irra gara galee lafa daangaa lagaa maraa irra cambalaqa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
tanaaf ani Mootiin Waan Maraa, mooticha Asoorii ka akka lolaa bisaanii jaba'aa fi hunnaamessaa isaan irratti hin fida; inni akka bisaan laga guuttee danbala'ee lafa irra yaa'uu hin te'a.