Isaiah 8:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lafa Yuda ch'ufa keesa yae waan ch'ufa hare, haga gurmu namaa olbahe waan ch'ufa d'ossa. Waaqi nu woliini jira! Inni koola ufii ballise akasiini lafa qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hara'aa gara Yihuuda'aa bu'a; cambalaqa'aa lufa; haga mormaa gaya; Amaanu'eel! Koolli diriire lafa kee daanga'aa haga daanga'aa eega»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bisaan sun gara biyya Yihuda'aa yaa'ee, haga morma gewutti guutee, keessa hin dabara; Ee Amaanu'el, akkuma lukkuun cuucuu ifiititti kabbitu, koolli keeti lafa teeti duudii hin golla» jedhe.