Isaiah 8:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee gosa ch'ufa, sodaa wolti baha! Ee lafa fago jirtu, ch'aqasa. Kurfaa had'a, ammo ufi eegad'a! Ee, kurfaa had'a ammo ufi eegad'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri Yihuudii hin taane, dhaadadhaa'a; garuu hin dhumtan; worri biyya fagoo jirtan dhagayaa'a; lolaafillee qophaayaa'a; garuu hin dhumtan; lolaafillee qophaayaa'a; garuu hin dhumtan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin gosi biyya adda addaa iyya lolaa kaasa'a; ammoo bututa'a; isin worri fagoo jirtanu duudiin dhage'a'a; lolaaf qophowa'a; ammoo bututa'a; lolaaf qophowa'a; ammoo bututa'a.