Isaiah 9:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mani d'oqe faaratini jaarani ya jige, ammo nu fulla isaa mana d'akhaa jaaranna. Dareraani oda yayu ch'ach'absani, ammo nu hind'eesa dadansa fulla suni keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijaarsi faaraan ijaaran diiggameera; nu garuu dhagaa bocameen deebifnee ijaarra; odaawwan muramaniiran; nu garuu birbirsaan bakka buufna.» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dalleenni faara loobameen ijaarame jige; nuuti ammoo dhakaa bocameen deebinnee hin ijaarra. Muki harru'uu murameera; nuuti ammoo addee muka harru'uu muka hindheensaa hin buunna» jedhan.