Isaiah 9:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi yayu nyaapa worraa worrati kaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu diintota Resiinii hin jabeessa; isaanitti fida; diintota isaanii isaanitti kakkaasa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo nyaapha Resiinii isaan irratti kaase; diinota isaaniille isaan irratti kakkaase.