Isaiah 9:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini Israelii ch'ubbu iraa indeebine; ato AABBO Waaqi guddaani worra gaargalchele worri isaati indeebine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin garuu gara ka isaan adabee fuula hin deebifanne, Rabbii Gooftaa banii maraallee hin sondhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan ammoo gara Mootii Waan Maraa ka isaan adabee hin deebine; yookiin Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dade hin barbaadanne.