Isaiah 9:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya tokooni AABBO Waaqi worra gugurda Israelitiifi gumile ch'ufa inhobaasa; inni matafi eegele ch'ufa iraa kuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbi mata'aa fi eegee; damee meexxi'iitii fi leemman Israa'eliin irraa guyyama tokkoon mura.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa worra akka mata'aatii fi eege'ee, worra akka damee muka meexxi'iitii fi allaadu'uu guyyaa tokkotti Israa'el keessaa hin balleessa;