Isaiah 9:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gumi tanaani deemu yayu worra kara iraa gorse, wowollaalchise balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra banii kana masakkan hin dogoggorsan; baniin masakkamu sunillee tayyaree karaa irraa bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri kolbaa tana sooressu isaan dokonkorseera; worri isaaniin sooreffamulle karaa irraa joonjayeera.