Isaiah 9:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbuuni gumi aka ibida bobeete, mukha qoraatitiifi mogorele gubde, akuma ibida badda gubu, ka aari guddaani keesaa olbahu taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammaa achi battummaan akka ibiddaatitti qabata; qore'ee fi sokorruu nyaata; bosona dukkanaayaa bobeessa; aarri isaa wolitti qabamee akka utuba'aatitti dhaabata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hammeenni kolba'aa akka ibidda qumi'uudu'uu fi qoree gubuu ti; gongomaa ciggaa qabatee, aarri isaa akka utuba'aa dhaabbata.