Isaiah 9:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan AABBO Waaqi guddaani guddo dallaneefi lafti ch'ufti gubate, ibidi gumi balleese, nami tokoleeni ka arma bahi woliini jed'u injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dheekkamsa Rabbii Gooftaa banii maraatiin lafti hin gubatti; baniin akka qoraan ibidda keessa buusanii ta'a; obboleessi obboleessa ufiititti garaa jabaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aarii Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadeetiin latti hin gubatti; kolbaalle akka qoraan ibiddaa hin teeti; obboleessa ifii ka baasuu dande'u tokkolle hin jiru.