Isaiah 9:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mirgaafi bitaleti nami sagale saame nyaata, ammo beela imbahu, waan d'ibi lakisi, worri ilme d'alelle inyaata!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara mirgaatiin afaan kaayatan; garuu beelli isaan irraa galab hin jedhu; gara bita'aatiinillee hin nyaatan; garuu hin quufan; cuftinuu foon nama ufii nyaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harka middichaan hin kukkutatan; ammoo beeluma qaban; harka bitaachaan hin nyaatan; ammoo hin quufanu; tokko tokkoon isaanii foon ijoollee ifii hin nyaatan.