Isaiah 9:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gosa Manasetifi ka Efraimuleemi woli had'e, ammalle eege wold'aqani Yuda had'ani. Ato akasile taate, dallansuuni AABBO Waaqaa isa ira ingaltu, inni harka ufii d'eerefate, ammalle worra d'aanu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Minaaseen Efreemitti ka'a, Efreem Minaase'etti ka'a; wolumaan Yihuuda'atti ka'an; kun maruu ta'ee dheekkamsi isaa hin qabbanoofne harki isaa akkuma hiixatametti jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Minaase'ee kolbaa Efreemii nyaatti; kolbaan Efreemiille kolbaa Minaase'ee nyaatti; isaan lamaanuu gosa Yihuda'aa irratti hin ka'an; tun marti teetulle inni aarii ifii hin caffanne; harki isaa akkuma ol fudhatametti jira.