Isaiah 9:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kobele worra duulaatiifi woya isaani, ta d'iigi balleese, ibidaani gubani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kopheen loltootaa maruu; uffanni dhiigaan maanxame maruu; ibiddaaf ta'a; ibidda keessa kaayaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kopheen loltooti yennaa lolaa keyatanu marti, woyaan dhiiga keessa gangalfante martinuu akka qoraanii ibiddaan hin gabbatti.