Isaiah 9:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daimi ya nuu d'alate! Ilma ya nuu kennani! Isati hayyu keenna taha. Maqaani isaani yaamani: Abba mala dansaa, Waaqa Guddaya, Abba jiru jireenna, Hayyu Nagaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daa'imni nuu dhalateera! ilmi dhiiraa nuu kennameera! baalliin lum'a isaa irra ta'a; maqaanillee, Gorsaa maalale'ee; Waaqa jabaa; Abbaa bara baraa, hayyuu nagayaa» jedhama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Annuun nuuf dhalateera; ilmi nuuf kennameera; Baalliin gurmuu isaa irra hin jiraatti; maqaan isaa, «Gorsaa maade'ee, Waaqa hunnaamessa, abbaa bara baraa, qondaala nageyaa» hin jedhama.