James 1:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Aduun o'a isi'ii ka woxaluun baatee daraaraa qoorsiti; daraaraan hin harca'a, dansummaan isaalle hin baddi. Akkasuma dureessille, hujii ifii adoo hujatuu hin bada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aduuni balaliite buuyo gubde, daraaraani isii gogoge, mid'aagumti isii baddi. Akuma suni dureesa ch'ufa balleesani, ato inni tae huji ufi hojatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aduun baatee oowwii isii buuyyoo gubee goggosee, daraaraa irraa harcaasee, midhaagumtii isii baddi. Akkuma sun dureessa cufaa adoo innii taa'ee hujii ufii hojjatuu balleessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aduun oo'a woliin baati. Marga hin quursiti, daraaraan hin harca'a. Bareenni bifa isaallee hin bada. Akkasuma dureessillee jireennaaf uduu huji'iif raantayu bada.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Aduun oo'a woliin baati. Marga hin quursiti, daraaraan hin harca'a. Bareenni bifa isaallee hin bada. Akkasuma durreessillee karaa isaa ka jireennaa keessatti hin dadhaba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Aduun oo'a isi'ii woliin yoo baayutti marga ni gossa, abaaboon'llee ni harca'a, bareenni isaa'llee ni bada, akkuma kana naminni dureessi hujii isaatiin yoo haafaye ni bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aduun o'a isi'ii ka woxaluun baatee daraaraa qoorsiti; daraaraan hin harca'a, dansummaan isaalle hin baddi. Akkasuma dureessille, hujii ifii adoo hujatuu hin bada.