James 1:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami ataabee ciniinnaatee ossatu ka badhaadhe. Sababille ataabamee haga ilaallameen duuba, gatii jiru'uu ka Waaqi worra isa jaallatuuf waadaa gale hin fudhata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana nama gaargala obsuuti; eegi ilaalacha dabsate, eebafi jireenna argata, ta Waaqi nama isa jaalatu d'aamate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii ilaallachaan itti dhuftee obsaan dabsatee ha gammaduu! Eegii ilaallachaa dabsate, badhaasa jireennaa ka Waaqii nama isa jaalatuu dhaame argataa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni ataabee keessatti ciniinnatu eebbifama'a. Inni hennaa ataabameen maayessa gatii jireennaa yookaan badhaasa Rabbi worra isa jaalatuuf waadaa gale san hin argata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni ataabee keessatti ciniinnatu eebbifama'a. Inni hennaa ataabameen maayessa gatii jireennaa yookiin badhaasa Rabbi worra isa jaalatuuf waadaa gale san hin fudhata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan akkaataa waadaa isaatiin waahellan isaatiif ka kennu gonfata jireennaa waan fudhatuuf, qormmaatcha obissee jabaatee naminni dhaabatu, ka eebbifame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami ataabee ciniinnatee ossatu ka badhaadhe. Sababille ataabamee haga ilaallameen duuba, gatii jiru'uu ka Waaqi worra isa jaalatuuf waadaa gale hin fudhata.