James 1:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami yennaa ataabamu, “Waaqi na ataabe” hin jedhin; Waaqi hantu'uun hin ataabamu; ifille'eef nama hin ataabu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni, yo ilaalatani, Waaqati na ilaalate injed'iini. Wonti akanatiifi hameenni dandae Waaqa inilaalatu, Waaqileeni nama tokole inilaalatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii tokkolleen, yo laallatan, Waaqaatti na laallate hinjedhiin! Wantii akkanaatiif hammeennii danda'ee Waaqaa hin laallatu, Waaqiilleen nama tokkollee hin laallatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee hennaa ataabame, «Rabbiin ataabame» hin jedhin; Rabbi hamtu'uun waan nama hin ataabneef, Inni ufiif eennuunillee hin ataabu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee hennaa ataabame, «Rabbiin ataabame» hin jedhin; Rabbi hamtu'uun waan nama hin ataabneef, Inni ufiif eennuunillee hin ataabu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni waan hama'aan waan hin qoratamnnee fi akkuma kana inni eennuun'llee waan hin qormmaanneef naminni yeroo qormmaatamutti, «Waaqatu ana qormmaate» hin jedhin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami yennaa ataabamu, «Waaqi na ataabe» hin jedhin; Waaqi hantu'uun hin ataabamu; ifille'eef nama hin ataabu.