James 1:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba, halchaan sun yennaa ulfootte, cubbuu dhalti; cubbuun sunille, yennaa guddattee geette, du'a dhalti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba d'araani isaa hamtuuni taani garaachoofte daba d'alti; ammalle dabi, eegi guddate duisa d'ala.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba dharraan isaa hamtuun taan garaachoofteetti cubbuu dhalti; ammallee cubbuun, eegii guddate du'a dhalti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa dharraan yoo ulfoofte, cubbuu dhalti. Cubbuun sun haga guddatteen maayii du'a dhalti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa dharraan yoo ulfoofte, cubbuu dhalti. Cubbuun sun haga guddatteen maayii du'a dhalti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti hawwiin onne'etti jala yoo qabamtte cubbuu ni deetti, cubbuun'llee yoo guddatte du'a ni deetti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba, halchaan sun yennaa ulfootte, cubbuu dhalti; cubbuun sunille, yennaa guddattee geette, du'a dhalti.