James 1:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti dadaa isaa maraaf angafa akka teenuuf, Waaqi fedhii ifiitiin jecha dhuga'aatiin nu uume.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fed'i isatiini inni dubbi d'ugatiini nu uume, aka nu uumama isa ch'ufa keesa angafa taanu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka nu uumama isaa cufaa keessaa hangafa taanuuf, fedhii isaatiin dubbii dhugatiin nu uume.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu uumama maraaf hangafa akka taanu dubbii dhuga'aatiin yaadee nu uume.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu uumama maraaf hangafa akka taanu dubbii dhuga'aatiin yaadee nu uume.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni jalqaba uumama isaa maraa akka taanuuf fedhii mataa isaatiin, dubbii dhugaatiin nu ni uumate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti dada isaa maraaf angafa akka teenuuf, Waaqi fedhii ifiitiin jecha dhuga'aatiin nu uume.