James 1:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Haga ilaallatama adda addaatiin ilaallatamuun yoo isinitti dhuttelle, akka gammadaatitti fudhadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani tiyya, yo gaargala aka heddu argattani, aka gammada heregad'a;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ee obboleeyyaan tiyya! Yo gaargalii akka hedduu isaniitti dhufuu, akka gammadaa herregadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Amantii keessan ataabamuun obsa akka isinii ta'u beeka'aa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Amantaa keessan ataabamuun obsa akka isinii ta'u beeka'aa. Ataabeen adda addaa yoo isin irra gaye, akka gammachuu guutu'utitti laakkayaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Qorammaanni gara garaa isin irra yoo gayutti, akka waan wonittoota gammachiisaa ta'an argattanii taasisa'aatii laakkayaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Haga ilaallatama adda addaatiin ilaallatamuun yoo isinitti dhuttelle, akka gammadaatitti fudhadha'a!