James 1:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
sababille aariin namaa balchummaa Waaqaa hin fiddu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi dalansuuni namaa fed'i Waaqa ta d'ugatiini ind'uftu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif dallansuun namaa fedhii Waaqaa ta dhugatiin hindhuftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aariin namaa qajeellummaa Rabbii hin hojjatu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Aariin namaa qajeellummaa Rabbii hin hojjatu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dallanisuun namaa Qulqullaawomaa Waaqaa hin argamissiisuutii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
sababille aariin namaa balchummaa Waaqaa hin fiddu.