James 1:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami akkasii, ka yaada lamaatii fi karaa maraan raafamaa waan te'eef, Goottaa biraa waan tokkolle hin dhaggadha jedhee hin eegatin.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami akana kunini waan Aabbo ira wo argatu insehiini,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii akkanaa kunin waan garaan isaa lama ta'ee fulaa ejjatuu akka dansaa hinbeenneef, waan Aabboo irraa wa argatu hinsehin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni yaada lamaa qabu, ka karaa isaa marattuu dhaaba hin qabne,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni yaada lamaa qabu, ka karaa isaa maratuu dhaaba hin qabne,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni akkanaa kun Gooftaa biraa woma tokkoo ka argatu isatti hin fakkaatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami akkasii, ka yaada lamaatii fi karaa maraan raafamaa waan te'eef, Goottaa biraa waan tokkolle hin dhaggadha jedhee hin eegatin.